Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
soqolachuu go.
GAO

fiixee qamisii ol deebifachuu. 2. uffata gabaabfatanii uffatanii hojii qophaa'uu; Bultii ishiif soqo...

soqolannaa ma.
GAO

1. fiixee qamisii ol deebisanii hidhannaa. 2. wayyaa gabaabfatanii uffatan hojii qophaa'a.

soqolata ma.
GAO

fiixee qamisii ol deebifata (dachaafata).

soqolattuu ad.
GAO

dubartii flixee qamisii ol deebifattu.

Soqsiisuu
GAO

sibiilan irraa kaasisuu, bocsiisuu.

Soqsiisuu 1 go.
GAO

sibiilan irraa kaasisuu, bocsiisuu.

soqsiisuu 2 go.
GAO

akka barbaadu gochuu, barbaachisuu.

Soquu
GAO

waan bade yookiin dhokate barbaaduu...

soquu 1 go.
GAO

waan bade yookiin dhokate barbaaduu; Kan bade soquutti ofiifuu bade.

soquu 2 go.
GAO

dhaqna waan tokJtoo waan qara qabuun irraa kaasuu bocuu; Muka furdate hinsoqu, kan qaldhate al godhu...

soqxuu 2 ma.
GAO

sibiila waan tokko ittiin soqan /bocan/.

soqxuu1 ad.
GAO

nama waa bocu /soqu/.

sora 1 ma.
GAO

waan diriiraatti naqanii afuuraan yookiin qilleensaan huuba keessaa baasa.

sora 2 ma.
GAO

asaasee yookiin haphisee rooba.

sorachuu go.
GAO

waan diriiraatti naqanii afuuraan yookiin qilleensaan huuba keessaa baafachuu.

soramuu go.
GAO

waan diriiraatti naqamee afuraan yookiin qilleensaan huubni keessaa baasafnuu; Midhaan gogu malee, j...

sorgoo ma.
GAO

nyaata faayidaa hinqabne.

soroora ma.
GAO

mi'a annanii, elemtuu.

sorsiisuu go.
GAO

akka soru gochuu.

sortuu ad.
GAO

dubartii midhaan yookiin waan ta'e soruun huuba keessaa baaftu.

Sponsors