nyaata gaarii kennuu, furdisuu.
meeshaa waraanaa, kan albee /haaduu/ fakkaatu, goraadee.
foyaa qaldhoo qaaccaa irraa qophaawu kan afaan jooniyaa ittiin hodhan, dubaara
maqaa mukaa.
corqaa asheeta ataraa baaqelaa, shumburaa, w.k.f.
dheeraa mormi keessaa ol ba'e.
ol dheeressuu, sooyee taasisuu.
soyama ilaali.
"soyama" ilaalaa.
sibiilqan dhaqna irraa kaasa, boca; Digirii kana,yoo soqa guddiste haphateeti caba.
waan dhokate yookiin bade barbaada.
waan nama jala bade barbaaddachuu; Horii naa jalaa bade ifaan soqachuu wayya.
waan qara qabu dhaqna irraa kaafachuu, bocachuu.
kan dhokatee yookiin badee barbaadamaa jiru.
waan qara qabuun dhaqni irraa kaafamaa, bocama.
waan qara qabuun dhaqni irraa kaafamuu, bocamuu.
wanti dhokate yookiin bade barbaadamuu.
Dubartii waan bade yookiin dhokate barbaaddu.
horii gurraacha yookiin arrawa dugda irra bifti adiin qaxxaamure.
akka soqolattu gochuu.