Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
sirba giddii ma.
GAO

hojii fedha ofii malee akka hojjjatan ajajamuu.

sirba ma.
GAO

1. tapha afaaniin weeddisaa taphatan, weedduu. 2. lukaan lafa dhiitaa mormaan sosocho'aa, afaaniin w...

siribii ma.
GAO

1. qotiyyoota  irra oofu dhaan midhaan hoogdii (oobdii) irratti dhahiisa. 2. waan ta'e irra deddeeb...

siribsiisaa
GAO

"siribii" ilaalaa.

siribsiisuu go.
GAO

1. midhaan akka xaafii oobdii irra afanii qotiyyoota irra oofuudhaan dhawuu. 2. waan tokko irra dedd...

siriidhaa
GAO

"sirumaa" ilaalaa.

siriidhuma da go.
GAO

walumafaana, otoo hinhambisin yookiin hindogoggorin; Ati siriidhuma hojii dhiitte mitii?

sirna ma.
GAO

1. hojii yookiin dhimma. 2. naqata qopheeffatan. 3. akkaataa ayyaana yook in waan biraa itti kabajat...

sirracha ma.
GAO

1. dabni diriira,sorooroo ta'a. 2. karaatti gala, qajeelfama, qajeelaa ta'iisa.

sirrachiisu go.
GAO

sirrii taasisuu.

sirrachiisuu go.
GAO

sirrii taasisuu.

sirrachuu go.
GAO

1. dabni diriiruu, sorooroo yookiin sholooloo ta'uu, qajeeluu.

sirreeffachuu go.
GAO

sirrii taasifachuu.

sirreffachuu go.
GAO

sirrii taasifachuu.

sirrii 1 ad.
GAO

1. sholooloo (sorooroo), kan daba hinqabne, kan jallaa hintaane.

sirrii 2 ma.
GAO

nama homaa hiyyaanne.

sirriiqa ma.
GAO

kooraa (boonaa) deemsa.

sirriiqaa ad.
GAO

kan boonaa deemu.

sirriiquu go .
GAO

kooraa (boonaa) deemuu.

sirriitti da go.
GAO

akka gaariitti,faaraan, odoo hinballeessin; Akka furdattuuf sirriitti nyaadhu;Hinballeessini sirriit...

Sponsors