Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
shishii
GAO

"korkorii" ilaalaa.

shishirrii
GAO

"shirrishirrii" ilaalaa.

shittoo ma.
GAO

dhangala'aa urgaa isaatiif ofitti firfirsani yookiin ofiin tuqan,keessattuu morma jala.

shixxee
GAO

"shaxee2" ilaalaa.

shokoksuu
GAO

"sokoksuu" ilaalaa.

Shololaa'uu
GAO

"sololaachuu" ilaalaa.

shololaachuu
GAO

"sololaachuu" ilaalaa.

shololaaya
GAO

"sololacha" ilaalaa.

shololiyaa
GAO

"sololiyaa"  ilaalaa.

shomboqqoo
GAO

"shambaqqoo" ilaalaa.

shoochi je.
GAO

sagalee harree ittiin oofan, ushee, ashee, oshee.

shoolee ad.
GAO

dheertuu bareedduu. shoomal ma. waan nyaatan dhabiisa, beela, sooma.

shooma 2 ma.
GAO

nama keessaa filanii akka bulchu yookiin qajeelchuuf taayitaa kenna, muuda. shoomamaa ad.nama shuumi...

shooma'uu go.
GAO

waan nyaatan dhabanii beela'uu.

shoomamuu
GAO

"shuumarnuu" ilaalaa.

shoomsisuu
GAO

"shuurnsisuu" ilaalaa.

shoomuu
GAO

"shuumuu" ilaalaa.

Shoorbaa
GAO

bishaan foon affeelarnee yookiin daakuu qincee...

shoorbaa ma.
GAO

bishaan foon affeelarnee yookiin daakuu qincee, omborii, garbuu, boloqqee, makaroonii, w.k.f.,wajjin...

shoorgoo
GAO

"sorgoo" ilaalaa.

Sponsors