Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
shilachuu go.
GAO

akka waa kennu yookiin wayiif tole jedhu sossobachuu;Amma teete shilachuu guddistu diinni diinumaa s...

shilatamuu go.
GAO

akka waa kennu yookiin wayiif tole jedhu sossobamuu.

shilee
GAO

"shilacha" ilaalaa.

shillimaata ma.
GAO

kenna nam waan gaarii hojjeteef kennamu, badhaasa.

shimaxee
GAO

"saaxaraa" ilaalaa.

shimbir buteessa
GAO

"simbir butaa" ilaalaa.

shimbira
GAO

"simbira" ilaalaa.

shimbira alkanii
GAO

"simbira halkanii" ilaalaa.

shindhaa ma.
GAO

1. waan cuunfamee jalatti hafu,atalaa,siicoo (asarii). 2. midhaan mi'a itti bilcheeffame keessatti q...

shinfaa
GAO

"shunfaa" ilaalaa.

shinfii
GAO

"shunfaa" ilaalaa.

shinfillaa ma.
GAO

gosa ga raachaa kan gola hedduu qabu, qochumaa,faltoo.

shinii
GAO

"siinii" ilaalaa.

shinoo ma.
GAO

gosa qaaraa yookiin mimmi a tan buusaan ishii shishifii, tan baay'ee nama gubdu, daabbusee, xiriifee...

shirgigaacha
GAO

"sirgigaacha" ilaalaa.

shirgigaachisuu
GAO

"sirgigaachisuu" ilaalaa.

shirgigaachuu
GAO

"sirigaachuu" ilaalaa.

shiroo
GAO

"shuroo" ilaalaa.

shirrishirrii ma.
GAO

of gammachiisaaf jecha olii gadi deemsa.

shirshira
GAO

"shirrishirrii" ilaalaa.

Sponsors