Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
Seeramuu 2 go.
GAO

muramuuf calqabamuu; Mukni sun seeramu hin'oolu, kanaat bubbeen dafee jigse.

seersisuu go.
GAO

akka seeru gochuu.

Seeruu 1 go.
GAO

seeraan dhowwuu, maganuu, weelleffachuu.

Seeruu 2 go.
GAO

muruu calqabanii dhiisuu.

Seeruu 3 go.
GAO

addaan baasuu, gargar qooduu.

Seeruu 4 go.
GAO

hamaa hojjechuuf dhoksaan mari'achuu, saduu.

Seeruu 5 ma.
GAO

nafa hormaata dhiiraa, quunxee, qunxurroo, tusuu,tuffee.

Senaa 1 ma.
GAO

dubbii marartuu garaa nama nyaattu, yookiin raaftu; Haasaa seenaa qabdu dhaggeeffatanii qalbiin waa ...

sessuu go.
GAO

waan tokko gochuuf yookiin dhiisuuf mamuu, shakkuu; Waan qalbiin kee yaade, seesuu dhiisii hojjedhu.

setuu ad.
GAO

nama mamuu yookiin shakkuu guddisu.

SH,sh
GAO

qubee Oromoo kan tarree soddomii tokkoffaa irratti argamu.

shaa gochuu go.
GAO

baldhisanii yookiin guddisanii bittinneessuu yookiin dhangalaasuu.

shaa jechuu 1 go.
GAO

sagalee waa bittinnaayee yookiin sirriitti dhangala'ee dhageessisu.

shaa jechuu 2 go.
GAO

dhoksaa malee odeeffamuu.

shaakala 1 ma.
GAO

muddamanii of rakkisa.

shaakala 2 ma.
GAO

waan barachaa jiran irra deddeebi'anii hubacha, jiruun agarsiisa.

shaakalachuu 1 go.
GAO

dhugaatii nama macheessu fuffudh chuu; Waa shaakalattee dhufte fakkaata, ijji ishee hindiimata.

shaakalachuu 2 go.
GAO

Ofiif jedhanii shaakaluu, irra deddeebi'anii hubachuu, jiruun agarsiisuu.

shaakaluu 1 go.
GAO

muddamanil of xakkisuu. 2. amanuu dhabuu, shakkuu.

shaakaluu 2 go.
GAO

waan barachaa jiran irra deddeebi1anii ilaaluu, hubachuu, qorachuu, jiruun agarsiisuu; Barumsi qubee...

Sponsors