walitti qabamaa.
akka sassatu yookiin sassattu gochuu.
1.sirriitti barbaaddattuu. 2. tan "jirbii" foyachuuf qopheessistu.
1.hunda saaquu. 2. irra deebi'anii saaquu.
1. kennajibba, harjooma dhaba; Sassata guddisuun fira nama dhabsiisa, 2. wanti qaban akka nama jalaa...
1.kennuu jibbuu, harjoomuu dhiisuu. 2. qusachuu, ol keewwachuu.
Odoo qajeelatti(sirriitti) hinbilchaatin irraa baasuu.
bineensa daggalaa, tan lulktiifi mormi ishii hara malee dheeratu.
waan namni, sabni yookiin biyyi tokko keessa ture, kan ittiin yaadatamu, taarika.
akka seenu gochuu.
1. keessa galuu yookiin lixuu; Keessummaan ariitataniiti seenuu didanii deeman; Yaadni yoo nama seen...
aadaa uummanni itti bulu.
waan mura calqab hafe, fiixaan kan hinbaafamne.
marii dhoksaa kan hammeenya qabu, sadoo.
Seeraan dhowwachuu, maganachuu, weelleffachuu.
seera baafachuu, seera tumachuu.
waan akka mukaa murachuuf calqabuu.
seeraan dhowwamaa, maganamaa, weelleffatamaa.
kan muramuuf calqabame.
seeraan dhowwamuu, maganamuu, weelleffatamuu.