Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
Sagalee 3 ma.
GAO

1.maqaa biyyaa. 2. maqaa duula mootiin Waloo Ras Mikaa'eliifi Ras Tafari A. L.H bara 1909 wal warana...

sagaltama ad.
GAO

lakkoofsa saddeettamii sagalitti aanee dhufu.

sagaruu
GAO

"sakaruu" ilaalaa.

saggaara
GAO

"sakara" ilaalaa.

saggaarii ad.
GAO

horii yaabbii kan sakaruu beeku, akka sakarutti kan leenjifate.

saggaarrii
GAO

"sakara" ilaalaa.

saggaarsisuu
GAO

"sakarsiisuu" ilaalaa.

saggaaruu
GAO

"sakaruu" ilaalaa.

saggee
GAO

"salgii 2" ilaalaa.

saggoo
GAO

"salgii 2" ilaalaa.

saglaffaa
GAO

"salgaffaa" ilaalaa

saglan
GAO

"salgan" ilaalaa.

sahaanii ma.
GAO

mi'a manaa kan akka waxii /ittoo/ ittiin dhiyeessan yookiin irratti baasanii irraa nyaatan, akkasuma...

sakaa 1 ma.
GAO

lafa midhaan hinbiqilchine yookiin hintolchine.

sakaa 2 ma.
GAO

horii (qarshii) iyyeessaa qoodanii kennan (seera Islaamaa keessatti).

sakaallaa ma.
GAO

takaallaa, lookoo, funyoo yookiin laastikii horii mormaafi yookiin harkaafi luka walitti ittiin hidh...

sakara ma.
GAO

akkaataa gaangee yookiin farda yammuu harkaafi Iuka sakaalanii, (takaalanii) yabbatanii ittiin deema...

Sakarata ma.
GAO

yeroo ekeraan baatu.

sakarsiisuu go.
GAO

akka sakaru gochuu.

sakaruu go.
GAO

akka gaangeetti deemuu, saggaaruu, suksukuu (sussukuu), lukaafi harka gara tokkoo wal faana fuudhani...

Sponsors