qorqorroo raga afurii, kan gaazii yookiin bishaan itti naqatan, kan kiiloo yookiin liitira digdama q...
yeroo guyyaa walakkaa qabee amma aduun dhiituti jiru; Saafaa booddee kottuu mi'a kee fudhadhu.
waan moora, zayitiifi keemikaalii adda addaa irraa qopheessanii akka xurii baasuuf wayiin miican.
1. humnaan irraa fudhachuu. 2. daddafanii jalaa fudhachuu yookiin fixuu; Daa'imni akka wal hinsaamne...