Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
reebiina
GAO

"reebicha" ilaalaa.

reebsisuu 2 go.
GAO

fiigichaan gaqqabsiisuu, hordofsiisuuf.

reebuu 1 go.
GAO

uleedhaan, harkaan yookiin rasaasaan itti deddeebi'anii dhawuu, rukutuu.

reebuu 2 go.
GAO

fiigichaan duuchaa.

reef
GAO

"reefuun" ilaalaa.

reefa ma.
GAO

horii manaa yookiin bushaayee, kan hoolaa fakkaattu, hoolaa irra garuu kan saffistu, kan eegeen isee...

reeffa ma.
GAO

1. nafa lubbun keessa hinjirre, keessumattuu kan namaa; Reeffa hin awwaalu. 2. kan humna hinqabne, d...

reeffana
GAO

"mirgoo 2" ilaalaa.

reefuma da.go.
GAO

ammuma reefuu, ammuma dhiwoo.

reefuu da.go.
GAO

yeroo baayree hinturin, amma kanatti kan dhiyaatu yookiin amma dhiwoo; Mucaan reefuu hirribaa ka'e.

reejjii ma.
GAO

muka baalli isaa xiraawu, yeroo baay'ee lafa kosii qabutti kan margu.

reettii
GAO

"re'ee" ilaalaa.

ribduu ma.
GAO

meeshaa yammuu bishaan yookiin qilleensi itti bu'u socho'ee mootora sochoosu.

ribribsuu go.
GAO

akka ribribu gochuu.

ribribuu go.
GAO

bishaaniin lafa jiisuu.

ribuu ma.
GAO

waan akka waraqataa addaatu, kan fooniifi lafee gidduutti argamu; Ribuun lafeefi foon waliin ga'a yo...

rifachiisuu go.
GAO

akka rifatu gochuu.

rifachuu go.
GAO

rifannaan nam tti dhaga'amuu.

rifannoota
GAO

"rifannaa" ilaalaa.

rifeenaa ma.
GAO

waan qaqal'aa akka kirrii kan gogaa namaafi horii irratti biqilu; Daqni isaa rifeensa duwwaadha;Mata...

Sponsors