Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
aroogettii ad.
GAO

raada gu'uu geesse.

arooressa
GAO

"harooressa" ilaalaa.

arraaba
GAO

"harraaba" ilaalaa.

arraabamuu
GAO

"harraabamuu" ilaalaa.

arraabbachuu
GAO

"harraabbachuu" ilaalaa.

arraabduu ma.
GAO

dhibee mataa nama irraa fixxu.

arraabduu ma.
GAO

dhibee mataa nama irraa fixxu.

arraabsifachuu
GAO

"harraabsifachuu" ilaalaa.

arraabuu
GAO

"harraabuu" ilaalaa.

arraba
GAO

"harraba" ilaalaa.

arraba abiddaa
GAO

"harraba abiddaa" ilaalaa.

arraba abiddaa
GAO

"harraba abiddaa" ilaalaa.

arraba diqqaa
GAO

"huuba qoonqoo" ilaalaa.

arraba diqqaa
GAO

"huuba qoonqoo" ilaalaa.

arraba geeddaruu go
GAO

kan dubbatan keessa deebi'uu, ganuu.

arraba geeddaruu go
GAO

kan dubbatan keessa deebi'uu, ganuu.

arraba nadheenii
GAO

"harraba nadheenii" ilaalaa

arraba nadheenii
GAO

"harraba nadheenii" ilaalaa

arraba saree
GAO

"harraba saree" ilaalaa.

arraba saree
GAO

"harraba saree" ilaalaa.

Sponsors