muka goommanaa yookiin goomm adaa; Qumoo funaaneeti akaawii (akaayii) ittiin akaawwate.
1.surree gabaabaa jilbaa olitti hafu. 2.jooniyaa ashaboo.
"qunnaa" ilaalaa.
seera biyyi ittiin bulu; Qunaa biyyaa yoo darban hinadabamu.
ayyaana gaaarii argacha; Qunama ganamaati malee qabeenyi dhamaa miti.
ayyaana gaarii argachuu.
ayyaana gaarii argachuu; Kan ganama qunamu galgala hinbadu.
"qundaa barbarree" ilaalaa.
qola rnukaa yookiin aadaa; Qunceen laaftoo hidhaa ta'a.
quncee irraa kaafachuu; Quncee quncifachuu marxa bu'e.
quncee muka irraa solloqsa; Mukni quncisa bade hingoga.
quncee muka irraa kaasuu yookiin qola wanta taa'e irraa kaasuu; Aduu hamaan gogaa nama irraa quncisa...
gosa qimamii kan yoo alanfatan afaan nama gubu.
tolee argachiisuu, eyyee jechisiisuu; Inni namicha Rabbii qundhamsiise.
tolee argachuu.
tole jechuu; Waan barbaaddu sana siif qundhe.
akka qu'ncisu gochuu.
mi'a yookiin hodhaa midhaan ittiin safaran; Xaafii qunnaa soddoma galfate.
gosa margaa kan hundeen isaa urgaawu; Qayya ulatte malee qunnii hinulanne.