Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
qorachiisuu 2 go.
GAO

1. akka iyyaafatu gochuu. 2. "fattansiisuu" ilaalaa.

Qorachuu 1 go.
GAO

1. itti naannessanii gaafachuu. 2. "fattanuu" ilaalaa. 3. gadi fageenyaan xiinxaluu.

qorachuu 2 go.
GAO

ofi irraa  muruu; Qeensi akka xurii hinqabanne dafaniiti qoratu.

qorama.
GAO

irraa mura.

qoramuu go.
GAO

1. muramee  wal fakkaachuu;  Qeensi qorame xurii hinqabatu. 2. waayee waan tokkoo gaafatamuu, qora...

qorata ma.
GAO

1. itti iyyaafata; Dubbii qorata bade hiikuun nama dhiba. 2. "qorumsa" ilaalaa.

qoratamuu go.
GAO

1. waayee waan tokkoo beekuuf gaaffii gaafatamuu;  Intala otoo hinbeekin sanyiin jaraa qoratame. 2....

qorcaasuu
GAO

"qarcaasuu" ilaalaa.

qoree
GAO

qoree "qoraattii" ilaalaa.

qoricha ma.
GAO

waan dhukkuba namatti wayyeessu yookiin namaa wayyeessu, dawaa; Qoricha haanquu tudhatee koosoon tol...

qorii 1 ma.
GAO

dhangaa akaayii garbuu, dhadhaa baksaa, soogiddaafi barbarree walitti makanii qopheessan; Qorii qoph...

qorii 2 ma.
GAO

mi'a saahina fakkaatu, kan muka irraa qophaa'u.

qorkee ma.
GAO

Bineensa daggalaa, kan bosonuu fakkaatu.

qorkee 2
GAO

"qorkii" ilaalaa.

qorkii ma.
GAO

qadaada xaarmusii.

qorobee ma.
GAO

mi'a aannanii kan migira irraa qophaa'u; Aannan qorobetti elmatte.

qorobsiisuu go.
GAO

abaarsisuu, sookkaasisuu; Jaarsa dulloome of qorobsiisun gaarii miti.

qorobtoo
GAO

"qarabichoo" ilaalaa.

qorobuu go.
GAO

abaaruu, sookka'uu.

qoroo ma.
GAO

seera bulchiinsa darbe (bara Minilikiifi HaylaSillaasee) keessatti maqaa nama naannoo isaa bulchuu, ...

Sponsors