hamaa qulqulluutti yaadamu; Qayaameen abbaa balleessa.
citaa yookiin marga fooliin akka qayyaa urgaawu.
muka fooliin urgaawu; Nadheen baadiyyaa qayyalatti.
qayya ofitti aarsuu.
hurrii bona keessa lafatti uwwifamu, kan fagoodhaa waa ilaaluu nama dhowwu.
iddoo jiraatan, mana; Namni ganda bare yeroodhaan qe'eetti hingalu.
"qeera'a" ilaalaa.
"qeera'uu" ilaalaa
"gilee" ilaalaa.
mukni (dameen isaa) muramee wal qixxaachuu; Gaattiraan yoggaa qeemaramu bareeda.
Akka qeemaru gochuu; Mucaa ergeefi doobbii karaa irraa qeemarsiise.
waan akka lafee kan fiixee quba miillaafi harkaa irratti margu.
fiixa qubaatiin qabanii kaasuu.
guutuu kan hinta' in, gartokkee; Qotiyyoo qeenteefi cimdii qaba.
qeentee tokko ta'iisa; Qeentummaa malee qotiyyoo jabaa qaba.
waan ta'e shakka; Qeeqa kan baay'isu nama hinamanu.
waan nama irra ga'uu danda'u beekkachuu;- Gamni waan isa irra gawu niqeeqata.
amanamuu dhabuu, shakkamuu; Horii badeef namni nagayaan qeeqame.
1. of irraa rukuta. 2. dhahichaan ajjeesa; Qeera'a basonuu adamsituutu beeka.
1. buruurii jirmaan yookiin muka kolleetiin dhahanii waaqa keessa oofuu. 2. dhahanii ajjeesuu; Bin...