quncee muka irraa kaasuuf abiddatti karkarsuu. 2. akka qaqaa uffatu gochuu; Ulee qaqame nidiimata.
1 . doomaa kan hintaane; Qara billaa dhagaatti hinrigin. 2. fiixa kan qabu; Qara ulee irraa cabse.
1. walitti akka hindeebinetti cabsuu, hurreessuu. 2. garbuu sheeruu, shakashakuu, tumuu; Garbu...
wal irraa gargar ba'uu, lammaffaa akka walitti hinfayyine ta'uu; Burcuqqoon qara cabe si'achi gatii ...
bakka dur jiraatan dhiisanii gara biraatti ka'uu; Namichi qeyee isaa dhiiseeti qara dhufe.
1.lafee haphii bitaafi mirga laphee gidduutti argamtu. 2. bool'a harma lamaan gidduutti argamu.
utuu hindoomin argamuu; Haamtuun qara qabaachuu yoo baate marga sirriitti hinhaamu.