Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
areera 1
GAO

"hareera"ilalaa

areera 2
GAO

"hareera-2" ilaalaa.

areera 2
GAO

"hareera-2" ilaalaa.

areerrachuu
GAO

"hareerrachuu" ilaalaa.

areerrannaa
GAO

"hareerrannaa" ilaalaa.

areersisuu
GAO

"hareersisuu" ilaalaa.

areeruu
GAO

"hareeruu" ilaalaa.

arfaasaa ma.
GAO

tibba bonatti aanu, yeroo roobni gannaa calqabu.

arfaasaa ma.
GAO

tibba bonatti aanu, yeroo roobni gannaa calqabu.

arfacha ad.
GAO

kan ilkaan afur cabse.

arfacha ad.
GAO

kan ilkaan afur cabse.

arfaffaa ad.
GAO

kan sadaffaatti aanee dhufu; Morka kana irratti arfaffaa baye.

arfaffaa ad.
GAO

kan sadaffaatti aanee dhufu; Morka kana irratti arfaffaa baye.

arfanuu ad.
GAO

afur bakka tokkotti, afur walfaana.

arfanuu ad.
GAO

afur bakka tokkotti, afur walfaana.

arga ma.
GAO

1. ijaan sakatta'anii itti baha. 2. ijaan ilaala, daaw'acha.

arga ma.
GAO

1. ijaan sakatta'anii itti baha. 2. ijaan ilaala, daaw'acha.

argaa ma.
GAO

kennaa keessattuu kan misirroofi deessuuf kennan.

argaa ma.
GAO

kennaa keessattuu kan misirroofi deessuuf kennan.

argachuu go.
GAO

1. waan nama jalaa bade yookiin dhokate iddoo inni jiru barachuu. 2. waan dhaban yookiin duraan hin...

Sponsors