Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
oo'uu 2 go.
GAO

dhaamocha ari'achuu, qorruu dhiisuu.

oobdii
GAO

"oogdii" ilaalaa.

oochisuu go.
GAO

akka oodu, akka wajjin dubbachuu dhiisu gochuu.

ooda ma.
GAO

dubbisa dhiisa yookiin itti dubbachuu lagacha.

ooddee
GAO

"ooda" ilaalaa.

ooduu
GAO

"hooduu" ilaalaa.

oofa 1 ma.
GAO

gara barbaadanitti deemsisa.

oofa 2 ma.
GAO

waan ta'e ariitiin hojjecha.

oofa 3 ma.
GAO

maqaa anaa nama gajafsiisuu.

oofee
GAO

"surrati" ilaalaa.

ooffacha ma.
GAO

gara barbaadanitti deemsifacha.

ooffachuu go.
GAO

1. gara fedhanitti deemsifachuu. 2. horii Yookiin loon namaa mooraadhaa yookiin hurufaa hatuu.

ooffala ma.
GAO

hamaa irraa 'oola, dandamacha.

ooffalchuu go.
GAO

1. hamaa jalaa haasuu. 2. balleessaa dhiisuu, irra darbuu. 3. eyyama kennuu.

ooffaluu go.
GAO

hamaa jalaa bawuu, dandamachuu.

ooffannaa
GAO

"ooffacha" ilaalaa.

oofkala
GAO

"ooffala" ilaalaa.

oofkalchiisuu go.
GAO

akka oofkalu gochuu.

oofkalchuu
GAO

"ooffalchuu" ilaalaa.

oofkaltii ma.
GAO

"ooffala" ilaalaa. 2. man'ee dhala garaa bawu duukaa bawu; Sareen oofkaltii jabbii nyaatte.

Sponsors