1. mana namni keessa Jiraachuu dhiise. 2. lafa namni yeroo dheeraaf irra Jiraate, qeyee. 3. kan homa...
gosa allaattii yeroo baay'ee bishaan ciisaa qarqaratti argamu.
1. yeroo roobni hinjirre. 2. bara bona guddatu; "Sitti tolte, akka saree bara ongee".
waan tokko gochuuf garaa kutachuu, seesuu dhiisuu.
sodaataa ta'uu, dabooruu, daboomuu.
qaama dhiiga nafa ma1atti facaaftu, hundee jireenyaa.
soda dhabuu, goota ta'uu.
ona taasisa,duwwaatti hambisa.
akka onsu gochuu, duwwaatti hambisiisuu.
ona taasisuu, duwwaatti hambisuu.
1. bakka namni yeroo dheeraaf jiraatee irraa ka'e. 2. qeyee yeroof irra jiraatanii dhiisanii deeman....
waamichaaf sagaleedhaan deebii kennuu,rawaachuu.
iyya qabata dhukkubaa yookiin miidhaa adda addaatiin dhageessisan.
qorra jalaa bayiisa, dhaamocha ari'acha.
"o'ichoo" ilaalaa.
akka oo'u taasifamuu,
Oo'a argachiisa.
akka oo'u yookiin bulluqu gochuu.
1. dubartii dh1ira adamsitu. 2. o'a kan qabdu.
garmalee iyyuu, gadooduu.