mi'a manaa kan ittiin waan nama irra jiru laalan, daawitii.
tan boonuu guddistu, of hinbeennee.
matuma ofiitiin, yaaduma ofiitiin; Kadhaa malee ofumaan galte.
faaraan dubbachuu dadhabuu, loqoduu.
"oogdii" ilaalaa.
"ogeessa" ilaalaa.
nama beekumsa harkaa qabu; Nama cabe ogeessatu deebisa.
dubartii beekumsa harkaa qabdu.
"hoggana" ilaalaa.
itti gaafatamaa hojii dhaaba tokkoo yookiin siyaasaa, hogganaa.
deggersa yookiin oggana kennuu, bira dhaabbachuu, hogganuu.
"okkoluu" ilaalaa.
gosa qimamii kan qola keessaa ija gugurraatti qabu, kororimaa.
waan hinbarbaadamne keessaa secca'a.
ogongolaa keessaa baafachuu.
waan hinbarbaadamne kan keessaa baye, qulqulluu kan ta'e.
waan hinbarbaadamne keessaa secca'anii baasuu, qulqulleessuu.
qotiyyoon deemi jecha.
sobaan waa ittiin dinqifatan.
"hojii" ilaalaa.