Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
odulee
GAO

"odeessituu" ilaalaa.

oduu ma.
GAO

1.dubbii namatti himamu. 2. waan haaraa meeshaa quunnamtii irraa dhaga 'amu. nama biraa odoo hinta'i...

of danda'uu go.
GAO

gargaarsa ormaa malee jiraachuu danda'uu.

of ga'aa ad.
GAO

1.nama qabeenya guddaa qabu. 2 . nama mataa isaa danda ' u.

of gattuu ad.
GAO

tan mataa ofii dagatte, tan of hinqabne, dadhabduu.

of gatuu go.
GAO

of eeguu dhiisuu.

of irraa baasa ma .
GAO

1 . waan duraan nama irra jiru baasuun yookiin fuudhuun gara biraa Kaa' isa. 2. fedha malee maqumaaf...

of irraa baasuu go.
GAO

1. of irraa kaasanii gara  biraa kaa'uu. 2.fedhii malee maqumaf hojjechuu.

of jaja ma.
GAO

natu caala, yookiin kootu caala jechuu guddisa.

of jajuu go.
GAO

natu yookiin kootu caala  jechuu  guddisuu; of tuuluu.

of kaluu go.
GAO

waan hamaa  jalaa bawuu. 2. nagaan dawuu.

of nyaachuu go.
GAO

oriisaa guddisuu, nyakkisuu.

of wallaaluu go.
GAO

1. iddoo jiran dagachuu, gaggabuu. 2. maalummaa ofii dagachuu. 3. gar malee sooromuu.

offaa
GAO

"hoffaa 1 "ilaalaa.

offeessuu
GAO

"hoffeessuu" ilaalaa.

ofii ma.dha.
GAO

abbumtuu, atumaan; Nama ergachuu dhiiseeti ofii dhufe.

ofiin bulaa ad.
GAO

akkuma fedha isaatti kan bulu, didaa.

ofiin dha.
GAO

matumaan,  nama iraatiin otoo hinta'in; naamicha malee ofiin dhufe.

ofiin dhufee ad.
GAO

waamicha malee kan argamu; Cidha yoo qopheessi tu ofiin dhufee hindagatin.

ofkaltii
GAO

"obbaatii"  ilaalaa. 2. "ooffala"  ilaalaa.

Sponsors