Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
Noonnoo ma.
GAO

maqaa qomoo Oromoo kessaa tokko.

nooraa 1
GAO

"nooruu" ilaalaa.

nooraa 2 ma.
GAO

waan akka daaraa addaatu, kan yeroo baay' ee bishaaniin bulbulanii girgiddaa manaatti diban, boronqi...

nooraa 3
GAO

"riqicha" ilaalaa.

nooruu ma.
GAO

1. jecha yawuttii namni ulfaataan, keessummaan, w.k. f. mana ol seenu warri manaa j edhan; nooruu ! ...

nu 1 ma.dha.
GAO

mataa keenya,keessattuu kan gochi irratti raawatu;  Ati  nu waami!

nu 2 fu.
GAO

dursa maqaa yookiin waan maqaa fakkaatan irratti dabalamee baay'ina yookiin ergaan tokkummaa kan aga...

nuffa ma.
GAO

waan tokko yeroo baay'eedhaaf dhimma itti ba'uudhaan, wajjin jirachuudhaan,  arguudhaan, w.k.f. irr...

nuffisiisuu go.
GAO

akka nuffu gochuu.

nuffuu go.
GAO

nuffa agarsiisuu; Dammallee har'aa bor nyaannaan nuffuun waan hin'oolle.

nurataa ma.
GAO

dhagaa hoffaa bifti booraa, adii yookiin nooraa.

nuti ma.dha.
GAO

"nu" sagaleen jedhamu dubbii keessatti mata duree ta'ee yammuu galu bifa inni agarsiisu; Nuti waan k...

nuugii ma.
GAO

biqiltuu daraaraan isaa hadaa fakkaatu, kan ijji isaa gur'aachaa, kan zayitiin nyaataa keessaa cuunf...

nuyi
GAO

"nuti" ilaalaa.

Ny,ny
GAO

qubee Oromoo kan tarree digdamii salgaffaa irratti argamu.

nyaachisuu.go.
GAO

akka nyaatu gochuu.

nyaachuu go.
GAO

1. afaan keessatti daakanii gadi liqimsuu; Midhaan nyaachuu. 2. ajjeesuu; Waraabessi harree koo na d...

nyaamaa ad.
GAO

nama funyaan gabaabbatu, fungaa.

nyaapha ad.
GAO

nama biyya alaa, kan gosa yookiin fira hinta'in, diina, xalaata.

nyaara butuu go.
GAO

fuula dhowwachuu, sagalee utuu hindhageessisin fuulaan itti dheekkamuu; Gaafa ilmi isaa wacu nyaara ...

Sponsors