biqiltuu lafaa margu, kan dagaagu; Lafti muka hinqabne rooba yookiin bishaan hinqabaatu.
kan wal hinfakkaanne, adda adda, gosa gosa, laga laga, qomoo qomoo; "Qunceen muka muka irraa quncisa...
camii dhabuu, mi'aawa dhabuu; Utaallootu na qabuuf fakkaataa, midhaan kun muka muka natti jedha.
masanyii mukaa kan yoo abiddaan guban foolii namatti tolu kennu, qayya, qoraasuma.
dubbii ija hinqabne dubbachuu; Dubbiin si harkaa ceetee akkasumaan mukaaf baala hinbutin.
1. qoraan gartokkeen boba'ee giimii abiddaa qabu, gumachuu gubatee hindhumiin. kan abidda qabu. 2. n...