Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
morkuu go.
GAO

1. abalu hojjetu malee ani hinhojjedhu jedhanii diduu, heeteffachuu. 2. nama biraatiin qixxaachuuf y...

morma
GAO

2 "mormii" ilaalaa.

morma 1 ma.
GAO

1. qaama qomaa olii kan buqqee mataa baatu; Morrna hudheeti ajjeese. 2. qeentee, tokko qofa; Inni qo...

mormii ma.
GAO

dubbii yookiin yaada ta'e irratti wal diddaa agarsiisa, walii galteen dhabamsa; Mormiin baay'anaan g...

mormuu go.
GAO

yaadaan wal diduu yookiin wal 'amansiisuuf baay'ee haasa'uu yookiin ifaajuu.

moroda ma.
GAO

meeshaa sibiila battee kan duraa duubaan ilkaan shishifii hedduu qabu, kan ittiin sibiila doome qara...

morodachuu go.
GAO

morodaan qarachuu.

morodamuu go.
GAO

1. morodaan qaramuu. 2. waan bayeessaaf leenjifamuu, qaruutee taasifamuu; Barumsi nama moroda.

morodsiisuu go.
GAO

akka morodamu gochuu.

moroduu go.
GAO

1. morodaan qaruu. 2. karaa bayeessaan leenjisuu, qaruutee taasisuu.

moroma
GAO

"mormii" ilaalaa.

moromaa
GAO

"mormii" ilaalaa.

moromsiisuu go.
GAO

akka mormu gochuu.

moromtuu ad.
GAO

tan mormuu guddistu.

moromuu
GAO

"mormuu" ilaalaa.

morsiisuu go.
GAO

akka moru gochuu.

mortuu ad.
GAO

tan yakka nama irratti hojjettu, tan hamaa namaaf hawwitu, falfaltuu. 2. tan moora ilaaltee waan si'...

moruu go.
GAO

yakka yookiin badii namatti hojjechuu, yaaduu, falfaluu; Abjuun dhukkubsatteen si arge jennaan, natt...

motora ma.
GAO

1 . mi 'a humni elektirikii kan konkolaataa oofuu danda'u keessaa burqu. 2. bishkileetii humna mooto...

mowuu
GAO

"moo'uu" ilaalaa.

Sponsors