1. walitti hiiquu. 2. guutummaadhaan keessatti hirmaachuu. 3. itti qabachuu; Tambeeriin waraqatatti ...
1. jecha ajaja of keessaa qabu, ulfinaan dubbachuuf kan dhimmi itti bahamu; Mee dhugaa! 2. dubbii so...
lafeen miilaa gadi dhiisee miilli nama dhukkubuu; Faanni miillaa garagaleeti qubni meelate.
jecha lakkoofsa hedduu of keessaa qabu; Hammeenya meeqaaf meeqa itti oolee ammammoo wajjin deema.
lafa bullaa'ee taa'e xaafii irra facaasuuf qopheessa. 2. waan hinbarbaadamne keessaa baasa.
1. lafa qotame keessaa waan hinbarbaadamne qulqulleessuu. lfa bullaa'ee taa'e xaafii irra facaasuu...