gosa qimamii ijji (fireen) isaa adii yookiin gurraachaa.
kutaa seera keessatti kan kabajama seera to'atu.
cidha baasu, nama sirna qabu.
nama ta'e; Abbaa fe 'een waan fe'e haa jedhu.....
nama wayitaa lolaa mirga argate, kan irraa aane.
"luba" ilaalaa.
abbaa seera yookiin cidhaa.
nama horiin yookiin maallaqni kan isaa ta'e.
nama sooressa yookiin humna qabeessa, kan rakkataan yoo harma hodhe akka abbaatti ilaalu.
nama iddirii (afoosha) du'aa walitti qabu yookiin bulchu.