1. dubbii namoonni waayee Jiruuf Jireenyaa keessatti yaada waI gegeeddaran, waliin kan haa hasa'an. ...
nyaata daakuuf keessattuu daakuu garbuuf bishaan yookiin aannan waliin maakanii qopheessan; Marqaa g...
1.marqaa tolchuu,qopheessuu. 2. waliin laaquu; Dubbii marquun dhageettii nama dhabsiisa.
1. meeshaa manaa, kan buna yookiin shayii itti danfisan. 2. meeshaa haraqeen itti danfifamu, bawu, y...
maqaa bofa gurraacha hadhaa qabuu, mar'ataa; "Marrataan kottee hinqabuu qarriffaatu jaatamaa, jaalla...
1. waan itti marfamu; Marsaa hodhaa, marsaa dagalee. 2. maqaa biyyaa. 3. yeroo bakka bakkatti hirame...
1. marsaa naanneffachuu. 2. itti naanneffachuu; Bosonuu marfateeti kiyyoo keessa galche.