mi'a garaa kan garaachaa gadi jiru, kan akka funyoo wal maru. 2.kan humna hinqabne, dadhabaa.
1. akka maraatu gochuu. 2. daara gachiisuu, qalbii dhowwuu; Jaalalatu gurbaa maraache.
1. maraatuu ta'uu. 2. akka maraatuu ta'uu, daara gatuu, qullaa deemuu,qalbii dhabuu
waan ta'e tokkoon aaree akka malee dheekkamuu; Horiin jalaa bannaan maraatuu funyoo ta'e.
1. dhoqqeen itti dhoobamuu; Manni mukaa yoo maragame qorra galchuu dhiisa. 2.itti duuduu, itti baay'...