Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
makachuu go.
GAO

1.walittidabalachuu; wajjin nyaachuuf midhaan walitti makatan. 2. walitti dabalamuu; Yeroo ammaa gos...

makamuu go.
GAO

waliin dabalamuu, waliin dhahamuu.

makara ma.
GAO

yeroo midhaan alaa walitti qabamu; Aroma makara irra jiru.

makaraa
GAO

"rakkina 2" ilaalaa.

makaraarsuu
GAO

"mankaraarsuu" ilaalaa.

makaraartuu
GAO

"mankaraartuu" ilaalaa.

makaraaruu
GAO

"mankaraaruu" ilaalaa.

makarajii
GAO

"marrajii 2" ilaalaa.

makaruu go.
GAO

1.midhaan alaa galchuu. 2. bu'aa hojii ofii argachu.

makataa 1 ma.
GAO

waan dhoqqee irraa gorroo manaa irratti  hojjetamee yookiin kophaatti muka irraa qophaawu, rarata; ...

makataa 2 ad.
GAO

kan waan biraa itti makame; Buna diima makatu.

makkaaldhoo ma.
GAO

hiree gaarii,milkii; Adurreen gurraattiin yoo nama bira qaxxaamurte makkaaldhoo namaatu bada Jedhame...

makkanniisa ma.
GAO

gosa mukaa kan yeroo baay'ee baddaafi baddadarretti biqilu, kan yeroo masqalaa damaraadhaaf muran, b...

makkaraara
GAO

"mankaraara" ilaalaa

makkaraarsa
GAO

"mankaraarsa" 1laalaa.

makmaaka
GAO

"mammaaka" ilaalaa.

makmaaksa
GAO

"mammaaka" ilaalaa.

makmaaksisuu
GAO

"mammaaksisuu" ilaalaa.

makmaaksuu
GAO

"mammaaksuu" ilaalaa

makmaakuu
GAO

"mammaakuu" ilaalaa.

Sponsors