Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
maal ma. dha.
GAO

1. waan baju barbaadan kan ittiin gaafatan. Maal taatee?

maala ma.
GAO

gogaa loonii kan morma Jalaan gadi rarra'u. furdina morma namaa kan fuulduraan mul'atu, koodama.

maalaa ma.
GAO

1. dhukkuba garaa kan eega dubartiin deesse booda itti dhaga'amu. 2. daandii sarbaa dubartii tokko t...

maalala ad.
GAO

waan sammuun na fudhachuuf itti ulfaatu,kanaan dura ta'ee hinarga dinqisiisaa; Kun waan maalalaati.

maaliif
GAO

"maa" ilaalaa..

Maallima ma.
GAO

1. gosa Oromoo.

maaloo 1
GAO

waan kanaan dura dubbatame yookiin Jedha kan ittiin gaafatan; Wayin barbaada jennaan, maaloo? Jedhee...

maaloo 2 ma. dha.
GAO

Jecha waa ittiin kadhatan; Maaloo kan naaf kenni?

maamila ma.
GAO

nama yeroo hunda mi'a  irraa bitu yookin itti gurguran, beedee; Inni maamila kooti, suuqii kootii m...

maanguddoo ma.
GAO

dhalootaan nama bubbule, jaarsa, (jaartii).

maankaa ma.
GAO

1."fal'aana" ilaalaa. 2  fal'aana ittiin kophee miillatti keewwatan.

maanoo ma.
GAO

kuwaasii miillaa utuu  taaphacha jiranii yommuu harkaan tuqan tuqiinsi sun kan ittiin waamamu; Maan...

maara ma.
GAO

dhiifama kenna, irra darba.

maaramaa ad.
GAO

kan maarame, kan dhiifama argate.

Maaramii ma.
GAO

1.maqaa ayyaanaa. 2. dubartii gosa Yihuudaa,kan Yesuusiin deesse jedhamtu.

maaramuu go.
GAO

1. balleessaa hojjetaniif dhiifama argachuu; Hidhaa  irraa maarame.

maarashaa ma.
GAO

sibiila qonnaa kan fiixee hordaatti kaawanii biyyoo yookiin lafa ittiin garagalchan.

maaree 1
GAO

"maaritee" ilaalaa.

maaree 2
GAO

"maaramii" ilaalaa.

maarii ma.
GAO

dhiifama namaaf kennamu; Maarii kadhachuuf haadhatti jaarsa ergate.

Sponsors