Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
maaahoo ma.
GAO

meeshaa akka faanoQil alkooliidhaan hojjetu, kan ifni isaa addaatu.

maacaa
GAO

"gabbara 4" ilaalaa.

maacoo
GAO

"mar'immaan" ilaalaa.

maadaabaraa
GAO

"xaa'oo" ilaalaa.

maaddii ma.
GAO

waan nyaachuuf dhiyeeffatan, dhiyana.

maagaa bokkaa ma.
GAO

raammoo dheeraa kan yoo roobni caamu lafa irra yaatu.

maagaa ma.
GAO

raammoo dheertuu qalloo kan qulqullina dhabiinsa nyaataa irraa dhufu, kan garaa, keessattuu, mar'imm...

maagara ma.
GAO

muka dagalfamu, dagalee.

maagarachuu go.
GAO

maagara itti hidhachuu.

maagaramuu go.
GAO

mukni irra kaa amee Yookiin itti qabamee dallaan Yookiin girgiddaan manaa walitti hidhamuu, dagalfam...

maagarsa ma.
GAO

akka biqilu taasisa.

maagarsiisuu go.
GAO

akka maagaramu gochu.

maagaruu go.
GAO

1. maagara yookiin dagalee itti hidhu. 2. dagalee dallaatti yookiin manatti hidhanii mana yookiin da...

maagee ma.
GAO

midhaan Ji'a Eblaa keessa margu, kan rooba xinnoo qofa barbaadu.

maagesaa ma.
GAO

tumaa yookiin baqsaa mooraa kan batteessanii ibsaa irraa qopheessan.

maagessuu go.
GAO

maagaa qabsiisuu, maagaa itti horuu, Jabbii kana maaltu maagessa?

maagii
GAO

fayaa furdaa qallaa keessa loloyee waan akka gaabii, kutaa, w.k.f. ta'u; Maagii malee qallaa duwwaan...

maaji'aa ad.
GAO

sa'a elmachuu, ameessa, dhaltii aannanii.

maakoodii
GAO

"handarii" ilaalaa.

maakraja
GAO

"marrajii" ilaalaa.

Sponsors