muka qal'aa kan dagalee ta'u. 2.muka qanbarrii keessa bayee mormi qotiyyoo gidduu 'oolu; Loloosoon a...
muka baballaa wal keessa butuu yookiin b baasuu, fakkeenyaaf dallaa yammuu ijaaran.
nama.lola kaasu. 2. daangaa biyyaa kan eegdu, wattaaddara; Tolaan loltuu ta'ee adda waraanaa deeme.
1. itti dheekkamuu, arrabsuu, rukutuu; Loluu irra gorsuu wayya. 2. deebsuu; Horii kana loluu.
gara caalu ofiif yookiin nama barbaadaniif taasisa; Fira jedhanii looga hojjechuun cubbuudha.
kan dhokatee miidhu, gaadduu; Lootee galtuun akka biyya hinseenne dammaqanii eeguu barbaachisa.
1. jifaara gurraa, amart1i gurraa; Dhiirri ajjeesaan lootii gurraatiin beekama. 2. bifa qabeessa, ba...