Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
Ammaarressa 2 ma.
GAO

magaalaa Godina Harargee Bahaa keessatti argamtu.

ammaca ma.
GAO

oliifi gadi dhayanii, sochoosanii, odoo sirriitti hinbilchaatin irra keessa akaawa.

ammaca ma.
GAO

oliifi gadi dhayanii, sochoosanii, odoo sirriitti hinbilchaatin irra keessa akaawa.

ammacaa ad.
GAO

1. midhaan ammacame. 2. amala dhabeessa, dabaa, kan sodaa hinqabne.

ammacaa ad.
GAO

1. midhaan ammacame. 2. amala dhabeessa, dabaa, kan sodaa hinqabne.

ammacamaa ad.
GAO

1. odoo hinbilchaatin irra keessa akaawamaa. 2.kan amala hin qabne, raafamaa.

ammacamaa ad.
GAO

1. odoo hinbilchaatin irra keessa akaawamaa. 2.kan amala hin qabne, raafamaa.

ammacamuu go.
GAO

1. odoo hinbilchaatin irra keessa akaawamuu. 2. asiifi achi oofamuu.

ammacamuu go.
GAO

1. odoo hinbilchaatin irra keessa akaawamuu. 2. asiifi achi oofamuu.

ammaccuu ad.
GAO

amala dhabeettii, dabduu, tan gooltu.

ammaccuu ad.
GAO

amala dhabeettii, dabduu, tan gooltu.

ammacuu go.
GAO

1. oliifi gadi dhayanii odoo hinbilcheessin irra keessa akaawuu. 2. asiifi achi oofuu, tasgabbii dh...

ammacuu go.
GAO

1. oliifi gadi dhayanii odoo hinbilcheessin irra keessa akaawuu. 2. asiifi achi oofuu, tasgabbii dho...

ammas
GAO

"hammas" ilaalaa.

ammasitti da.go.
GAO

amma yeroo saniitti.

ammasitti da.go.
GAO

amma yeroo saniitti.

ammayyuu da.go.
GAO

1 . "amma kana" ilaalaa. 2. otoo irraa hindhaabbatin hamma ammaattuu; Ammayyuu roobni hincaamne.

ammayyuu da.go.
GAO

1 . "amma kana" ilaalaa. 2. otoo irraa hindhaabbatin hamma ammaattuu; Ammayyuu roobni hincaamne.

ammoo da.go.
GAO

yeroo lammaffaa; Duratti siif kennee ammoo maalbarbaadda?

ammoo da.go.
GAO

yeroo lammaffaa; Duratti siif kennee ammoo maalbarbaadda?

Sponsors