Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
kiifamuu
GAO

"kiisamuu" ilaalaa.

kiikkii
GAO

"maashaa" ilaalaa.

kiikkoo ad.
GAO

kan bukaayina keessa bayee hadhaaye, dhangaggaaye; Midhaan kiikkoo yoo nyaatan garaacha nama dhukkub...

kiinii ad.
GAO

gar tokkee waan guutuu ta'ee tokko, walakkaa;Buddeena kiinii tokkon nyaadhee quufuu dadhabe.

kiirolee ma.
GAO

gosa sinbirroo.

kiisamuu go.
GAO

hubaatii nama irra gayeef gatii argachuu;Kiisamuu si barbaachiisa.

kiisuu go.
GAO

waan namni nama harkatti miidhameef yookiin balleessaa nama irratti hojjetaniif kennuu;.Sin kiisaa.

kijiba ma.
GAO

waan dhugaa of keessaa hinqabne, soba, dhara.

kijibaa ad.
GAO

dhiira kijiba dubbachuudhaan beekamu; Nama kijibaa wajjin firoomuu hinfedhu.

kijibduu ad.
GAO

tan kijiba dubbachuudhaan beekamtu; Iseen kijibduudhaa hinamaniin.

kijibsiisuu go.
GAO

akka kijibni dubbatamu gochuu yookiin taasisuu; Ofii isaatii kijibee anas na kijibsiise.

kijibuu go.
GAO

kijiba (dhara) haasa'uu, sobuu; Kijibuu ilaallata.

kil jechuu go.
GAO

1.akka malee kolfuu; Kil jettee gaggabde. 2. sibiilli rukutame sagalee dhageessisuu; Dawaliin kil Je...

killa 1 ma.
GAO

mi'a manaa kan muka irraa tolfamee dhadhaa yookiin waan akka cuukkoo, Jifaara adda addaa keessa keew...

killa 2 ma.
GAO

silga raadeen shantamni, guyyaa tokkicha dhalan irraa elmanii bool'atti guutuudhaan abbaan horii kee...

killa 3 ma.
GAO

bobaa ajawaa; "Bubbee keessatti killa hinkaasan."

killa lixuu go.
GAO

1. bool'a killaa keessa galanii silga daakuu. 2. duniyaa yookiin qabeenya baay'ee keessa lixuu.

killee 1
GAO

"hanqaaquu" ilaalaa.

killee 2 ma.
GAO

ija bunaa kan qolli yookiin galabaan irraa ka'e, buna qishirii; Killeen bunaa qarshii isa hammaarrac...

kimbil gochuu
GAO

"kimbilchuu" ilaalaa.

Sponsors