maqaa dubartiin reefuu heerumte ittiin waamamtu misirroo.
"hidda" ilaalaa.
"hiddaa" ilaalaa.
"hiddamaa" ilaalaa.
"hiddamuu" ilaalaa.
"ergasii" ilaalaa.
foon ilkaan hammatee qabu, foo ilkaanii, irga.
akka iddu gochuu.
"bakka" ilaalaa.
"hidduu 1" ilaalaa.
"hidduu 2" ilaalaa.
"hunda 1" ilaalaa.
"gaayyaa" ilaalaa.
akka mul'atu gochuu, dhoksaadhaa baasuu.
1.dukkana kan hinta'in. 2 . dukkana kan dhabamsiisu, kan waan akka biiftuu irraa bawu.
kan ifu.
bu'aa ce'ii hojii irraa namatti dhufu.
yeroo hunda hojjechuu; "Mo! yaa ifaajee ilkaan kiyyaa" jedhe jaarsi baaqelaa nyaatee hooqqisee.
"dinnicha" ilaalaa.
1.dheekkamsaan ori'a. 2. sagalee jibbaan dubbisa.