Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
amantii ma.
GAO

dhugaa tajiisa waan tokkoo beekumsa. 2. waanta dhugaadha jedhamee fudhatame.

amantii ma.
GAO

dhugaa tajiisa waan tokkoo beekumsa. 2. waanta dhugaadha jedhamee fudhatame.

amanuu go.
GAO

waan tokko dhugaadha jedhanii fudhachuu, shakkuu dhiisuu.

amanuu go.
GAO

waan tokko dhugaadha jedhanii fudhachuu, shakkuu dhiisuu.

amartii
GAO

"hamartii" ilaalaa.

amartii galchuu go.
GAO

fuudha yookiin heeruma duraan walii galan diiguu.

amartii galchuu go.
GAO

fuudha yookiin heeruma duraan walii galan diiguu.

amartii keewwachuu go.
GAO

1. fuudhaaf yookiin heeruma warri wal fuudhu qubee qubatti walii kaa'uu. 2. fuudhaaf i heerumaaf waa...

amartii keewwachuu go.
GAO

1. fuudhaaf yookiin heeruma warri wal fuudhu qubee qubatti walii kaa'uu. 2. fuudhaaf i heerumaaf wa...

amatamuu
GAO

"hamatamuu" ilaalaa.

amattuu
GAO

"hamattuu" ilaalaa.

amba ma.
GAO

1. nama fira hinta'in, orma; Kan mataa isaa hinbeekne kan ambaa hinbeeku.2. diina, kan hammeenya wal...

amba ma.
GAO

1. nama fira hinta'in, orma; Kan mataa isaa hinbeekne kan ambaa hinbeeku.2. diina, kan hammeenya wa...

ambaa ma.
GAO

mandara namni irra qubate, safara.

ambaa ma.
GAO

mandara namni irra qubate, safara.

ambo 1 ma.
GAO

gosa fira ta'e.

ambo 1 ma.
GAO

gosa fira ta'e.

ambo 2 ma.
GAO

hora loon dhugan.

ambo 2 ma.
GAO

hora loon dhugan.

Ambo 3 ma.
GAO

maqaa magaalaa dhiha shawaa.

Sponsors