Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
hudhuu go.
GAO

1. qabuun yookiin waa itti rakkisuun afuura bawuu dhowwuu. 2. hudhaa baasuu, daraara jala gawuu.

hududa ma.
GAO

nafa keessatti bakka lafeen wal gawu, ciqilee, j1lba, buusaa, jismii, w. k.f. hududdee "urduddee" il...

huduma ma.
GAO

humnaan itti guuta, humacha.

hudumachuu go.
GAO

humnaan itti guuttachuu, humachuu.

hudumnii
GAO

"huduma" ilaalaa.

hudumsiisuu go.
GAO

akka hudumu yookiin hudumtu gochuu.

huffaa ma.
GAO

qaama handhuura gadiifi qaama hormaataa olitti argamu.

huffata
GAO

"huccuu" ilaalaa.

huffee 1 ad.
GAO

tan dhugaa hindubbane, sobduu.

huffee 2
GAO

diishoo, issee, ashuu.

huffisa ma.
GAO

midhaan akka garbuu akaawuuf akka tolu danfa rukuchiisa.

huffisiisuu go.
GAO

akka huffisu gochuu.

huffisoo ma.
GAO

midhaan huffifamee akaawame.

huffisuu go.
GAO

bishaan danfaan rukuchiisuu yookiin 'eelee 'o'ite irratti bishaan naqanii midhaan akka garbuu jiisuu...

huggumi
GAO

namaaf qaaneffacha, sii safuu, sii hola yookiin sii hooda jecha; waaqaaf huggumi.

hujii
GAO

"hojjaa 2" ilaalaa.

hujii dhaba
GAO

"hojjaa dhaba" ilaalaa.

hujuba
GAO

"ujuba" ilaalaa.

hukaa
GAO

"ukaa" ilaalaa.

hula ma.
GAO

aara yookiin foolii kenna.

Sponsors