Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
hububbee
GAO

"hobomboleetti ilaalaa.

hubuu go.
GAO

hubaatii irra geessisuu.

huccuu ma.
GAO

qorraaf yookiin ofii dhokfachuuf waan ta'u uffata nafa irra buufatan yookiin kaawwatan, anaa, kafana...

hudaada ma.
GAO

1. maasaa yookiin,  oyiruu firri yookiin ollaan namaa qotu. 2. qonnaa mootummaaf yookiin abbbaa laf...

hudaadee ma.
GAO

sooma faasigaa.

hudaan
GAO

"udaan" ilaalaa.

hudaansisuu
GAO

"uudaansisuu" ilaalaa.

hudaantuu
GAO

"udaantu" ilaalaa.

hudaanuu
GAO

"udaanuu" ilaalaa.

huddeela ma.
GAO

1.teeba eegee horii fe'aa yookiin yaabbii Jalaan dabarsa. 2. ergana horii yaabbatee yookiin erga fe'...

huddeellachuu go.
GAO

akka huddeellatu gochuu.

huddelaa ma.
GAO

1 . teeba (teepha) eegee horii fe'iisaa yookiin yaabbiitti kaawwamu; Irraan gadee kaachisa huddeella...

huddeluu go.
GAO

1.teepha/teeba/ eegee horii yaabbii yookiin horii fe'iisaa jalaan dabaarsuu. 2. ida'anii duubaan fe'...

hudduu ma.
GAO

1.qaama teessumaa; Nadheen hudduu guddat ti, dhiirri qoma baldhata. 2.karaa udaan garaa bawu. 3."qin...

hudha ma.
GAO

morma sillisanii qabuudhaan afuura baha dhowwa.

hudhaa 1 ma.
GAO

1. gosa mukaa. 2. buusaa hudhaa.

hudhaa 2 ma.
GAO

1. teeba loloosoo,teeba maanaqoo. 2. maanaqoo yookiin loloosoo.

hudhaa 3 ad.
GAO

midhaan daraaruuf gayee udhaa baase, kan daraaraa morma jalaan gayate; Hidhaan hudhaa irratti cabnaa...

hudhaaaa ad.
GAO

1.kan sillikifame; Hudhamaa muka irraa buusanii awwaalan. 2. kan faaraan hindubbanne, kan cabaqu.

hudhamuu go.
GAO

1.mormi harkaan yookiin wayiin akka afuura hinbaafne cuqqaalamuu. 2. waan nyaatan kokkeetti rakkatee...

Sponsors