horbobbaa godhachiisuu.
"horbobbaa" ilaala.
muka qara qabuun dongora.
1 . muka qara qab kan ittiin lafa dongoran donyoraa. 2. gosa Oromoo
duukaa bu'a, fana deeminsa.
duukaa bu'amuu, bahaafi ganamaa to'atamuu.
akka hordoftu yookiln hordofu gochuu. hordoftuu duuba deemtuu, buutuu.
akka hordoftu yookiln hordofu gochuu.
duuba deemtuu, buutuu.
wajjin deemuu duukaa bu'uu; Yeroodhaan hordofuu dhiiseeti jalaa miliqan.
hordaadhaan lafa qotuu, waraanuu, dongoruu.
waan ta'e itti deddeebi'anii tuquu, waan tuqamuu hinqabne tuquu, kan nama hingalchine keessa seenuu.
meeshaa fakkil adda addaa kan ijoolleen ittiin tabattu (ashaangulliita).
horii ayyanaaf dhaabbate, horii ayyaana kadhachuuf dhabtate.
1. uumamaa luka afurii kan akka loonii, hoolotaa. 2. waan namni hore Namni horii bin qabne ulfina hi...
"ormaa" ilaalaa.
1.horii horsiisa, horii argacha. 2. qaama horiin ittiln dhalan, dhalfa.
okkotee guddaa; Akka wal gawuuf horocootti shuummoo affeelte.
"dhoqqee" ilaalaa.
gowwaa dubbii hedduu hindandeenye.