Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
amala dhabeettii ad.
GAO

1. gara dhipheetti. 2. kan amala gaarii hinqabne.

amala godhachuu go.
GAO

"amala baasuu" ilaalaa. 2. amala fooyyeffachuu, madaquu.

amala godhachuu go.
GAO

"amala baasuu" ilaalaa. 2. amala fooyyeffachuu, madaquu.

amala ma.
GAO

akkaataa namni waan jibbu yookiin jaallatu agarsiisu, fakkeenyaaf tola, saragummaa; Namni amala gaar...

amala ma.
GAO

akkaataa namni waan jibbu yookiin jaallatu agarsiisu, fakkeenyaaf tola, saragummaa; Namni amala gaa...

amala qabeessa ad.
GAO

1. gara baldheessa kan garaan gaariifi yaraa danda'u. 2. kan amalli isaa gaarii ta'e.

amala qabeessa ad.
GAO

1. gara baldheessa kan garaan gaariifi yaraa danda'u. 2. kan amalli isaa gaarii ta'e.

amamadoo ma.
GAO

biqiltuu xirooftu kan goondaan balleessan, midhaan goondaa.

amamadoo ma.
GAO

biqiltuu xirooftu kan goondaan balleessan, midhaan goondaa.

amana ma.
GAO

odoo hinshakkin dhugaadha jedhanii fudhacha.

amana ma.
GAO

odoo hinshakkin dhugaadha jedhanii fudhacha.

amanamaa ad.
GAO

kan hinshakkamne, kan dhugaa la'uun isaa beekame.

amanamaa ad.
GAO

kan hinshakkamne, kan dhugaa la'uun isaa beekame.

amanamuu go.
GAO

shakkamuu hafuu, dhugaa ta'uun beekamuu.

amanamuu go.
GAO

shakkamuu hafuu, dhugaa ta'uun beekamuu.

amanii
GAO

"amantii" ilaalaa.

amansiifachuu go.
GAO

akka namaaf amanu gochuu,dhugaa baasifachuu.

amansiifachuu go.
GAO

akka namaaf amanu gochuu,dhugaa baasifachuu.

amansiisuu go.
GAO

akka amanu gochuu.

amansiisuu go.
GAO

akka amanu gochuu.

Sponsors