"hoffala" ilaalaa.
"hoffalcha" ilaala.
"hoffalchuu" ilaalaa.
"hoffaluu" 'ilaalaa.
kan keessi qaawaa; Uwrunoon hofonfola.
kan qaawa baay'ee qabu.
hofonfola ta'iisa.
faaraan dubbachuu dadhabuu, loqoduu.
"oogdii" ilaalaa.
nafa yookiin qaania godhachuu, furdachuu.
1 . yerooo ji'a kudha lama qabaatu, waggaa; Erga dhalatee hoggaa shan guute. 2.yeroo, ennaa, si'a, o...
yeroo kana, egaa kana.
jiruu yookiin hojii kan geggeessu.
kan haasaa hinmi'oofne. 2.kan foolii badaa yookiin gadhee qabu.
1. haasofni mi'aawuu hafuu. 2. fooliin waan ta'ee ,badaa yookiin gadhee ta'uu.
"ungulaaluu" ilaalaa.
"ungulaalchisuu" laalaa.
"ungulaalchuu" aalaa.
"hojjaa 2" ilaalaa.