"hirata" ilaalaa.
fira du'ee boowuu, hirmii tufuu.
1. nyaata qulqulluu hinta'iin, kan amantiin balfame, baktii. 2. waan abaarsa qabu, laguu.
du'a firaa odoo hingayiin midhaan nyaachuu.
"hiriyaa1" ilaalaa.
"irree" ilaalaa.
"hirreessa" ilaalaa.
hirreessa qabatanii Waaqa yookiin ayyaana kadachuu, galata galfachuu. .
marga jiidhaa keessattuu cogorsa yookiin araddaa, kan qabatanii waaqa kadhatan.
qaamni boqotee mugaatiin nama fudhacha.
kenna qabeenya ofii irraa cabsanii kan dhabeef kennan.
akka hiru gochuu.
waan qabani irraa qoodanii kan dhabee kennuu.
1. "irboo2" ilaalaa. 2. daldala bu'aa qixxee nyaatan.
1. dubartii waan ta'e gargar baaftee namaa kennitu. 2. harjaa, gara laafettii.
1.gargar baafamuu. 2: qoonni abbaaf kennamuu.
1. qooda abbaa abbaaf kennuu. 2. gargar baasuu.
"hiyyeessa" ilaalaa.
"hiyyeessuu" ilaalaa.
kan horii hinqabne, dhabaa, deegaa.