1. maqaa mukaa. 2. muka damee qabu kan ittiin waan ititi hirban.
waan ititin qabu waliin dhawuu.
akka hirbu, hirbitu gochuu.
"irboo 1" ilaalaa.
"irboo"ilaalaa.
marga akka jinjibilaatti buusu, yoo tuman kan keelloo fakkaatu.
kan dhaloota irraa namaa qoodame jedhamu, carraa, ixaa; Baddu hiree toltu siree.
baay'atanii deggersa yookiin balaaleffannaa agarsiisa.
deggersa yookiin morrnii agarsiisuuf hiriira bahan.
wal duraa duuba ba'aqii deemuu.
fira godhachuu,fira argachuu. hiriyooma ma.hiriyaa ta'iisa, michooma.
1. nama walii galteefi jaalallee walii qabu, michuu. 2. dhiiraafi dubartii. jaalala wal irraa qaban,...
"irkacha" ilaalaa.
"irkachiisuu" ilaalaa.
"irkachuu" ilaalaa.
"irkifamuu" ilaalaa. hirkisa "irkisa" ilaalaa.
1.muka dallaatti hirkisan, dalasaa. 2. nama rakkina nama oolchu.
"irkisuu" ilaalaa.
"irkoo" ilaalaa.
1.wadaroo dooqni itti naqamee dubartiin dugdatti hidhattu. 2. sabbata bareedaaf hidhatamu.