Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
harrawa ad.
GAO

kan bifti diimaa horiif) .

harree diidaa ma.
GAO

harree bosonaa kan bifti adiifi gurraachaa, burree .

harreeduu go.
GAO

miillaan daddafanii  wal duraa duuba fuudhanii deemuu, kaachuu, fiiguu, gulufuu.

harreessuu go.
GAO

harrii itti baasuu, arreessuu.

harrii ma.
GAO

1.rifeensa namaa kan addaate. 2. rifeensa mukaa kan addaate.

harrittaa budaa ma.
GAO

biqiltuu harrittaa fakkaattu, tan fooliin ajaawu.

harrittaa ma.
GAO

biqiltuu daalattii foolii ishiitiif beerri gurra jala kaawwattu, qoddoo, naafraanii.

harrittii
GAO

"harrittaa" ilaalaa.

harsama ma.
GAO

1. carqii ciccittuu, darsa, bututtuu. 2. uffata gogaa irraa qophaa'ee beerri uffattu. 3. "garaa" ila...

harsiisuu go.
GAO

akka haru gochuu.

hartuu 1 ma.
GAO

waan mana yookiin lafa ittiin haran,harata, harataa.

hartuu 2 ad.
GAO

dubartii waan ta'e haxooftu yookiin qulqulleessitu.

haruu 1 go.
GAO

hartuudhaan waan akka huubaa, kosii, w.k.f. walitti qabuu, haxaawuu; Mana harteeti buna danfiste.

haruu 2 go.
GAO

dadhabbii irraa kan ka'e afuurri kukkutamuu, arganuu.

hasaasa. ma
GAO

dubbii sagalee gadi qabatanii akka namni hindhageenyetti dubbatan; "Baalageen baasa hinbeektu, salph...

hasaasoo
GAO

"hasaasa" ilaalaa.

hasaasuu go.
GAO

sagalee gadi qabatanii akka namni biraa hindhageenyetti dubbachuu, gurratti himuu.

hashquraa
GAO

"bilbila" ilaalaa.

hatachuu go.
GAO

dhoksaan fudhachuu.

hatama ma.
GAO

waa dhoksaan fudhatama.

Sponsors