Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
alkoolii 1 ma.
GAO

dhugaatii nama macheessu.

alkoolii 2 ma.
GAO

dhangala'aa mana hakiimiitti nafa madaaye jirbii cuubanii diban yookiin haxaawan.

alkoolii 2 ma.
GAO

dhangala'aa mana hakiimiitti nafa madaaye jirbii cuubanii diban yookiin haxaawan.

Allaah ma.
GAO

maqaa kabajaa kan Islaamni waaqa ittiin waamu

Allaah ma.
GAO

maqaa kabajaa kan Islaamni waaqa ittiin waamu

allaga
GAO

"hallaga" ilaalaa.

allagachuu
GAO

"hallagachuu" ilaalaa.

allagamaa
GAO

"hallagarnaa" ilaalaa.

allagamuu
GAO

"hallagamuu" ilaalaa.

allayyaa
GAO

"hallayyaa" ilaalaa.

aloolloo ma.
GAO

sibiila dubulbulaa keessattuu kan warri ispoortii tabatu, dha'u.

aloolloo ma.
GAO

sibiila dubulbulaa keessattuu kan warri ispoortii tabatu, dha'u.

amaa
GAO

'hamaa gaaguraa" ilaalaa.

amaamota
GAO

"hamaamota" ilaalaa.

Amaara ma.
GAO

Saba gosa seem Itophiyaa keessa jiruu,kan dhalootaan Afaan Amaaraa dubbatu, sidaama.

Amaara ma.
GAO

Saba gosa seem Itophiyaa keessa jiruu,kan dhalootaan Afaan Amaaraa dubbatu, sidaama.

Amaarikaanii ma.
GAO

1. biyya kutaa addunyaa torban keessaa tokko ta'ee kan karaa lixa biiftuu argamu. 2. namoota biyya k...

Amaarikaanii ma.
GAO

1. biyya kutaa addunyaa torban keessaa tokko ta'ee kan karaa lixa biiftuu argamu. 2. namoota biyya ...

amaaroo ma.
GAO

abbaa haadha manaa ofii.

amaaroo ma.
GAO

abbaa haadha manaa ofii.

Sponsors