1.daggala yookiin marga midhaan yookiin ashaakiltii keessatti margu, aramaa. 2. waan bakka hinbarbaa...
daggala yookiin marga maasii keessaa buqqifachuu. 2. dubbii nama hinmufachiifne laallatanii dubbachu...
daggala yookiin marga midhaan yookiin ashaakiltii keessaa buqqisu 2.waan nama mufachiisu dhiisuu.
1.sab-lammii keessaafi naaannoo isaa jiraatu, Adaree. 2. namoota afaan Hararii dubbatan.
1.midhaan erga calleeffatanii kan hafu, ogdii (oobdii). 2. meesha wayiin haran, haxaawwii.