yeroo araadan, beela'an yookiin dadhaban afaan bananii afuura dheeraa baafachuu.
horii manaa kan koolaan yookiin goochoon barriftu, kan buuphaa buuftu ( hanqaaqxu) kan kormaan alkan...
uffata roobaa yookiin waan irra rafan ta'ee kan dhallaanduu irraa qophaa'u, gasaa, gashaa.
qaama horii kan harka lamaan gidduutti argamu; Coomni handaraafaa yoo nyaacan nama gofonnona.