Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
hamma wayii ma.
GAO

bineensa morma dheeratu, sattawaa yookiin santawaa.

hammaachuu go.
GAO

1.garaa jabaachuu,garaa laafuu d.habuu, hamaa ta'uu. 2. garaan boora'uu; Seenaan fira du'ee garaa na...

hammaaruu go.
GAO

midhaan, biyyee, w.k.f. harkaan yookiin gundoon qicuu; Namni bara beelaa midhaan namaa hammaaru hind...

hammaattuu ad.
GAO

kan garaa hinlaafne.

hammachiisa ma.
GAO

1.akka hammatu gocha. 2. daa'ima reefuu dhalatu warra qaalluutti geessanii, eebbisiisanii, maqaa bas...

hammachiisuu go.
GAO

1.akka hammatu gochuu 2.handaaqqon buphaa hammatte akka cucuwwii baaftu gochuu.

hammam da. Go.
GAO

baay'ina Yookiin gayiisa kan ittin gaafatan, hamma kam.

hammamalee da.go.
GAO

hamma barbaachisu caalaa, hara malee, gar malee.

hammana da.go.
GAO

baayiina yookiin ga'umsa waan namatti dhiwoo kan ittiin himan, hamma kana.

hammanuma da.go.
GAO

hammuma kana duwwaa, haganuma.

hammata ma.
GAO

harka jaalalaatiin ofitti qaba, ofitti hirkisa, ofirra kaaya; Intalli haammata daa'imaa hinbeektu.

hammatam
GAO

"hammam" ilaalaa.

hammeenya ma.
GAO

hamaa ta'iisa.

hammichoo ma.
GAO

hundee wargee kan yeroo baay'ee affeelamee nyaatamu.

hammina
GAO

"hammeenya" ilaalaa.

hammuu da.go.
GAO

yeroo itti waa hojjetan kan agarsiisu, yeroo, yemmuu, oggaa, wayitii.

hamoomachiisuu
GAO

"hamuummachiisuu" ilaalaa.

hamoommacha
GAO

"hamuummacha" ilaalaa.

hamoommachuu
GAO

"hamuummachuu" ilaalaa.

hamoomota
GAO

"hamaamota" ilaalaa.

Sponsors