maqaa ji'aa kan Adoolessaafi Fulbaana gidduu jiru.
jaanxilaa durii kan shimala irraa hojjetamu, dogada.
"haguuggachiisuu" ilaalaa.
"haguuggachuu" ilaalaa.
'haguuggii" ilaalaa.
akka hagu gochuu.
udaan garaa ofii keessaa baasuu.
wayyaa ol gatanii mataatti uffacha.
akka haguuggatu gochuu.
wayyaa ol gatanii mataatti uffachuu.
kan waan birraatiin ilaalcha jalaa akka dhokatu ta'e, dhokfamaa.
wayyaa mataatti uffatan; Haguuggii mataa irra buufateeti mana seene.
mataatti uwwisuu uffata mataatti ol butachuu.
"ajjamsiisuu" ilaalaa.
"ajjamuu" ilaalaa.
biyya Arabaa, bakka Makkaa Jedhamu dhaqiisa.
gosa, bifa keessattuu horiif, akaakuu; Sa'a kana hakaakuu isaa beektaa?
mana hakiimii dhaqanil qorichaan yaalamuu, waldhaanamuu.
ogeessa dhibee yookiin nama qoricha baraatiin nama waldhaanu, abbaa qorichaa.
akka hakkamatu gochuu, waldhaansisuu.