akka abootu gochuu.
1.qubni barruutti dacha'a, haboottuu. 2. quba barruutti dachaafatanii waan ta'e rukucha.
haboottuudhaan rukutamuu.
"haboota" ilaalaa.
quba barruutti dachaafachuu.
"haboottuu" ilaalaa
quba barruutti dacha'e.
quba barruutti dachaafatanii waan ta'e rukutuu.
"harbuu" ilaalaa.
1.marga caccabaa huuba. 2. hurraa mukaa.
"habuudduu" ilaalaa
buqqee yookiin masaaqula guddaa.
quba guddaa,furdaafi gabaabaa, lukaafi harka irratti argan: abbuudduu.
obboleessa (obboleecha) haadhaa,eessuma.
"haxanxar 1" ilaalaa.
1. waayee waan tokkoo nama beeksisa,barsiisa. 2. beeksisa biraa bawu; Labsu dura hubachiisatu kennam...
qabeenya ormaa dhoksaan fudhachiisa.
qabeenya namaa dhoksaadhaan fudhachiisuu, akka hatu gochuu.
"hacuuccaa" ilaalaa
1.kan seera malee hammeenyi irratti oolame, cunqurfamaa. 2. walitti duuchamaa.