Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
haahara ma.
GAO

qola bunaa kan gumaan keessaa baye.

haakkuu ad.
GAO

horii aannan xinnaattu.

haakkuu ad.
GAO

horii aannan xinnaattu.

haala 1 ma
GAO

waan wanti tokko akka ta'uuf dura guutuu qabu, faara, gaalcha, amala namaa, aadaa ;"Kan agadaa baala...

haala 2 ma
GAO

qaanii, saala, yeelloo, saalfii namatti dhaga'amu; Haala dhabeettiin bukoo liqeeffatti.

haala 3 ma
GAO

waan liqeeffatan yookiin dubbatan kaada, gana.

haala dhabuu go.
GAO

saala dhabuu, qaanawuu dhiisuu.

haala qabeessa ad.
GAO

kan qaanii yookiin ulfina qabu.

haalachiisuu go.
GAO

akka haalatu gochuu.

haalachuu go.
GAO

ija sodaa yookiin Jibbaatiin ilaaluu.

haalamuu go.
GAO

ganamuu.

haalatamuu go.
GAO

ija sodaa yookiin jibbaatiin ilaalamuu.

haalchisuu go.
GAO

akka haalu gochuu.

haaloo baasuu go.
GAO

hammeenya namatti hojjetameef hammeenya deebisuu.

haaloo ma.
GAO

hammeenya nama irratti oolameef jibba garaatti qabatame, gadoo; Haaloo namatti qabachuun gaarii miti...

haamaa ma.
GAO

marga, midhaan, citaa haamtuun muriisa; Qotiisa irra haamaatu nama dadhabsiisa.

haamattuu ad.
GAO

1.kan waan ta'e ofitti qabdu, ofitti hirkiftu Yookiin of irra ka'uu. 2. handaaqqoo buphaa hanqaaquu ...

haammachuu go.
GAO

midhaan, marga, citaa, w.k.f. haamtuun murachuu.

haamsifachuu go.
GAO

akka namaa haaman godhachuu; Daboodhaan xaafii haamsifate.

haamsisuu go.
GAO

akka haamu yookiin haamtu gochuu.

Sponsors